Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa Kan Bilisummaa Fi Dimokiraasii(Qeerroo)

Muddee 8, 2012 (Qeerroo) — Barattootni, barsiisotni, Qotee bulaan, Daldalaan, Dafqaan bulaan,Hojjetaan,Hojii dhabaa,…Uummata Impaayera biyyattii maraaf!

Mootummaan wayyaanee guyyaa sabaa fi sablammii shira bittaa isaa dheereffachuuf tolfate tahuun ifatti beekamaa dha.Impaayera Itoophiyaa keessatti uummatni biyyattii keessaa halkanii fi guyyaa wayyaaneen osoo walitti buusaa jiruu,gaaffiiwwan mirgaa gaafataman ukkaamsuuf hidhaa fi ajjeechaan uummata osoo rakkisaa jiruu wayyaaneen uummata biyyattii TV fi raadiyoo siyaasaaf tolfateen gowwoomsuuf waan jiruuf akka dura dhaabbattan dhaammana.Keessumaa erga muummichi ministeeraa mootummaa abbaa irree wayyaanee Mallasaan du’ee wayyaaneen ofitti amanamummaa dhabee keessi isaa duwwaa wayita tahetti gaaffii bilisummaa kaasuun qeerroo cinaa akka dhaabbattan waamicha dabarsina!

Waraqaan kun akka isin dhaqqabeen nama shanii fi isaa olii dabarsuun dirqama lammummaa baanu!

–Full Document in Afaan Oromo and Amharic

 

 

 

 

 

 

(QEERROO)

One response to “Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa Kan Bilisummaa Fi Dimokiraasii(Qeerroo)

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s