ABO: Gaaffiin Uummataa Hamma Deebii Argatutti Qabsoon Itti Fufa!

Muddee/December 18, 2012 | VOA

WASHINGTON, DC — Addi bilisummaa Oromoo baatii Sadaasaa fi Muddee keessa naannolee Oromiyaa adda addaa keessatti lola ripxe loltummaa geggeesseen loltoota mootummaa hedduu ajjeesuu isaa beeksisee jira. Uummanni bilisummaa gonfachuuf gaaffii inni dhiyeesse hanga deebii argatutti qabsoo hidhannoo kan itti fufu ta’uu dubbi himaan adda bilisummaa Oromoo Obbo Booruu barraaqaa ibsanii jiran.

Lola geggeessine jedhan kun eessa eessatti akka ta’e ibsaniiru.

Oduu kana kan ilaaleen deebii mootummaan Ethiopia kennu argachuuf Obbo Bereket Simon-tti bilbillee dhimma kana irratti akka gaaffii fi deebii kennuu hin feene nuuf ibsanii jiru. Gara fuulduraatti yoo angawoota Ethiopoiaa irraa deebii arganne kan dhiyeessinu ta’uu ibsina.

Gaaffii fi deebii Dubbi Himaa ABO waliin geggeeffame dhaggeeffadhaa

linke

http://www.voaafaanoromoo.com/content/oromo-libration-front/1567025.html

2 responses to “ABO: Gaaffiin Uummataa Hamma Deebii Argatutti Qabsoon Itti Fufa!

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s