WAAMICHA IBSA ARAARAA FI WALHUBANNOO ABO, SHG FI QC

ABO

Waliif  Galan Alaa  Galan!!!!!

                WAAMICHA IBSA ARAARAA FI WALHUBANNOO ABO,  SHG FI QC

Ummata Oromoo Magaalaa Ottawaaf Naannoo Ishee.

Amajjii 19 bara 2013 Guyyaa WBO Waliin kabajachuuf Waamicha keenya Yeroo Isinii Dhiyeessinu guyyaa kanatti Sagantaaleen nuti isiniif qabanee dhiyaanu keessaa,

  1.  Haala Moora Qabsoo Bilisummaa Oromoo Keessatti Wal Hubannoon Uumame ilaalchisee Ibsi Bal’aa ni kennama. Bakka bu’aa ABO QC fii ABO Shanee
  2. Hawwisoon Magaalaa Torontoo Sirboota Aadaaf hamayyaan akkasumas walaloof baacoo gara garaan isin Bohaarsu.

BAKKA  MCLABB RECREATION CENTER

180 PERCY ST

OTTAWA ON

Walgehii Ummataa Oromoota Torontoo fii Naannoo Ishii Qubatan Maraaf.

Ibsa haala Araaraa laalchisee bakka bu’oota ABO  Shanee fii ABO QCtiin

Galgala Bashannanaa

Iddoon      94 Kenhar dr Oromoo Center

Guyyaa     Ammajjii 26-2013

Yeroon     3:00pm

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s